LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/08 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 11/08 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Onk-Mud

“Namootaa wajjin dhimma hunda keenya mudatu tokkorratti mari’achaa jirra. Namoonni manca’iinsa guddaa lafaarra ga’aa jiruun kan ka’e, carraa fuulduratti lafa mudatuuf abdii dhabaniiru. Atoo maaltu sitti dhaga’ama? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 37:11 dubbisiif.] Barruun kun sababiiwwan Caaffata Qulqullaa’oorratti hundaa’aniifi abdii qabaachuuf nu gargaaran ibsa.”

DAMMAQAA! Onk.

“Namoonni amantii addaddaa qaban waa’ee Waaqayyoo yaada wal faallessu qabu. Ta’us, Ilmisaa waa’ee Waaqayyoo maal jedheera? Jecha Yesus Yohannis 4:24⁠rratti dubbate hubadhu. [Dubbisiif.] Matadureen kun fuula lama qofarratti Macaafni Qulqulluun gaaffii, “Waaqayyo Waaqa Akkamiiti?” jedhuuf ibsa kenna. Mataduree ful. 24, 25⁠rra jiru itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Onk-Mud

“Namootaa wajjin dhimma hunda keenya mudatu tokkorratti mari’achaa jirra. Namoonni manca’iinsa guddaa lafaarra ga’aa jiruun kan ka’e, carraa fuulduratti lafa mudatuuf abdii dhabaniiru. Atoo maaltu sitti dhaga’ama? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 37:11 dubbisiif.] Barruun kun sababiiwwan Caaffata Qulqullaa’oorratti hundaa’aniifi abdii qabaachuuf nu gargaaran ibsa.”

DAMMAQAA! Sad.

“Gaaffii, milkaa’ina argachuu kan dandeessu akkamitti? jedhuuf namoonni hubannoo gaarii akka qabaatan gargaaraa jirra. [Yaada qola barrucharra jiru itti argisiisi.] Namoonni hedduun milkaa’ina ilaalchisee hubannoo sirrii kan qaban sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Caqasa tokko utuun sii dubbisee natti tola. [Faarfannaa 1:1, 3 dubbisiif.] Amalaafi hariiroo gaariin Waaqayyoo wajjin qabnu, milkaa’inaa wajjin kan wal qabate ta’uusaa hubachuunkee hin oolu. Mataduree “Milkaa’ina Dhuunfaa Ilaalchisee Qabxii Ja’a” jedhuufi ful. 6⁠rra jirurraa yaada dabalataa hedduu argachuu dandeessa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi