LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/10 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2010
km 12/10 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

“Hundi keenya gammachuu argannee jiraachuu barbaanna. Qarshiin gammachuu kan nuuf argamsiisu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barreessaan Macaafa Qulqulluu tokko waan xinnoo qabutti gammadee jiraachuu baratee ture. [Filiphisiiyus 4:11, 12 dubbisiif.] Barruun kun tarkaanfiiwwan gammachuu argachuuf barbaachisan shan Macaafa Qulqulluu keessatti argaman ibsa.”

Dammaqaa! Muddee

“Namoonni hedduun, ‘Waaqayyo utuu jira ta’ee, Seexana maaliif hin balleessu?’ jedhanii gaafatu. Atoo akkas jettee of gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen fuula 10fi 11⁠rra jiru deebii Macaafni Qulqulluun gaaffii kanaaf kennu ibsa. Akkasumas yeroo Seexanni balleeffamu lafti kun maal akka fakkaattu nuu ibsa.” Mul’ata 21:3, 4 dubbisi.

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

“Namoonni addunyaa maratti argamaniifi amantii garaagaraa qaban kadhannaa ni dhiheessu. Waaqayyo dhuguma kadhannaa kan dhaga’uufi deebii kan kennu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun kadhannaa akka dhiheessinu nu jajjabeessa. [Filiphisiiyus 4:6, 7 dubbisiif.] Barruun kun gaaffiiwwan beekamaa kadhannaa ilaalchisee ka’an torbaaf deebii kenna.”

Dammaqaa! Amajjii

Fuula jalqabaa itti argisiisiitii akkas jedhii isa gaafadhu: “Gaaffii kanaaf deebii akkamii kennita? [Hanga deebii kennutti eegi.] Caaffanni Qulqullaa’oon namoonni naga qabeeyyii akka ta’an gorsu. [Yaaqoob 3:17 dubbisi.] Maarree, amantiin ilmaan namootaa tokko gochuu kan hin dandeenye maaliifi? Amantiin nagaa buusuu ni danda’aa? Barruun kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi