LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/09 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 11/09 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa-Muddee

“Namoonni tokko tokko amantiiwwan addaddaa daandiiwwan addaddaa gaara tokkotti nama geessanii wajjin wal fakkaatu jedhanii dubbatu. [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Maatewos 7:13, 14 dubbisiif.] Barruun kun yaada Macaafa Qulqulluu amantii gaariin barsiisuu qabu sadii ibsa.”

Dammaqaa! Sadaasa

“Amantiin jaalalliifi nagaan akka jiraatumoo jibbiifi walirratti ka’uun akka babal’atu gochaa akka jiru sitti dhaga’ama? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni baay’een yaada Yesus akkas jechuudhaan dubbate hojiirra oolchaa waan jiran hin fakkaatu. [Maatewos 5:44, 45 dubbisi.] Barruun kun gaaffii, diina ofii jaallachuun ni danda’ama? jedhuuf deebii kenna.” Mataduree fuula10⁠rraa jiru itti argisiisi.

Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa-Muddee

“Guyyaa tokko Waaqayyo rakkina biyya lafaa kana balleessa jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafa Qulqulluun kanaaf abdiifi qabata inni kennuu hubadhu. [Caqasawwan saanduqa fuula 7⁠rratti argamu keessaa tokko dubbisi.] Barruuleen kun Macaafni Qulqulluun rakkina hunda yoomiifi akkamiin Waaqayyo akka balleessu argisiisa.”

Dammaqaa! Muddee

“Namoonni tokko tokko uumamni cufti akka uumaman ni amanu, warri kaanimmoo akka tasaatti akka dhufaniifi kaayyoo ifa ta’es akka hin qabne amanu. Atoo dhimma kanarratti yaada akkamii qabda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun kana ilaalchisee maal akka jedhu qalbeeffadhu. [Ibroota 3:4. dubbisi.] Barruun kun uumamni cufti akkamitti akka uumameefi kaayyoon itti uumame maal akka ta’e ragaa qabatamaa ta’e dhiheessa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi