LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/09 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 12/09 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa-Muddee

MOOTUMMAA YIHOWAA BEEKSISU

“Namoonni tokko tokko amantiiwwan addaddaa daandiiwwan addaddaa gaara tokkotti nama geessanii wajjin wal fakkaatu jedhanii dubbatu. Amantiin hundi gaariidha jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Maatewos 7:13, 14 dubbisiif.] Barruun kun yaada Macaafa Qulqulluu amantii gaariin barsiisuu qabu sadii ibsa.”

Dammaqaa! Muddee

“Wanta Yesus dubbate tokkorratti ilaalcha akkamii akka qabdu utuun beekee natti tola. [Maatewos 5:3 dubbisiif.] Amantiiwwan addaddaa hedduun waan jiraniif, fedhii hafuuraa keenya karaa kamiiniyyuu yoo guuttanne jijjiirama kan fidu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen kun, karaa hafuuraa gammachuu dhugaa argachuu ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa.” Mataduree fuula 10⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa-Muddee

“Guyyaa tokko Waaqayyo rakkina biyya lafaa kana balleessa jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafa Qulqulluun kanaaf abdiifi qabata inni kennuu hubadhu. [Caqasawwan saanduqa fuula 7⁠rratti argamu keessaa tokko dubbisi.] Barruun kun Macaafni Qulqulluun rakkina hunda yoomiifi akkamiin Waaqayyo akka balleessu argisiisa.”

Dammaqaa! Amajjii

“Yeroo rakkisaa kanatti namoonni baay’een hojiidhaan akka muddamaniifi akka dhiphatan isaanitti dhaga’ama? Ati akkas sitti dhaga’amee beekaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Gorsa gaarii caqasa kanarra jiru qalbeeffadhu. [Lallaba 4:6 dubbisiif.] Barruun kun, hojii, maatiifi bohaartii keenyaaf akkamitti yeroo ramaduu akka dandeenyu ibsa. Namoota hojii barbaadaniifis yaada gaarii kenna.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi