LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/11 ful. 3
  • Faarfannaawwan Mootummichaatti Akka Gaariitti Fayyadamuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Faarfannaawwan Mootummichaatti Akka Gaariitti Fayyadamuu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Muuziqaa Nama Jajjabeessu
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Yihowaa Faarfadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Muuziqaa Akkamiin Filachuu Qaba?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Walga’iiwwan Keenyarratti Yihowaadhaaf Faarfachuuf Qophoofteettaa?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2011
km 12/11 ful. 3

Faarfannaawwan Mootummichaatti Akka Gaariitti Fayyadamuu

Tajaajiltoonni Waaqayyoo, muuziqaan kennaa gaarii Yihowaarraa argame akka taʼe yaadu. (Yaq. 1:17) Gumiiwwan hedduun walgaʼii duraafi booda sagaleesaa gadii qabanii Faarfannaawwan Mootummichaa ni taphachiisu. Muuziqaa Mootummichaa taphachiisuun, gara walgaʼichaatti haala nama tasgabbeessuun akka simatamne kan argisiisudha. Akkasumas, sammuun keenya waaqeffannaadhaaf akka qophaaʼu gargaara. Kitaaba faarfannaa keenyarraa faarfannaawwan haaraan banamuunsaanii, muuziqicha akka beeknuufi sirritti akka faarfannu nu gargaara. Walgaʼii booda muuziqaan akkasii banamuunsaa, haalli gammachiisaan wal jajjabeessuuf nu gargaaru akka uumamu godha. Kanaafuu, qaamni jaarsolii walgaʼii duraafi booda muuziqaan Siingi Tuu Jehoovaa—Piyaanoo Akkampaanimanti jedhamu akka banamu gochuu qabu. Sagaleen muuziqichaa kan hin jeeqneefi waliin haasaʼuuf kan hin rakkisne taʼuusaas mirkaneessuu qabu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi