LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/13 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2013
km 5/13 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Jiʼa Jiʼaan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Namoonni hedduun Yesus Ilma Waaqayyoo akka taʼe ni amanu. Warri kaan garuu hin amanan. Haataʼu malee, Yesus Ilma Waaqayyoo kan jedhame maaliif akka taʼe beektaa?” Hanga deebii kennutti eegi. Barruu Masaraa Eegumsaa Ebla-Waxabajjii kenniifitii mataduree fuula dhumaarra jiru itti argisiisi; achiis yaada mataduree xiqqaa jalqabaa jala jirurratti erga mariʼattanii booda, yoo xiqqaate caqasa tokko waliin dubbisaa. Dhumarratti gaaffii ittaanurratti mariʼachuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Ebla-Waxabajjii

“Namoonni tokko tokko, ‘Duʼaa kaʼuun Yesus dhugumaan raawwatamuusaa akkamitti beekna?’ jedhanii gaafatu. Atoo gaaffii akkasii gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Deebii kanaa beekuun maaliif akka barbaachisu hubadhu. [1 Qorontos 15:14 dubbisi.] Barruun kun duʼaa kaʼuun Yesus dhugumaan raawwatamuusaa akkamitti beekuu akka dandeenyu ibsa.”

Dammaqaa! Ebla-Waxabajjii

“Yeroo harʼaa ijoollee guddisuun ulfaataadha yoo jedhame dhugaa sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Warri hedduun Macaafa Qulqulluurraa gorsa gaarii argataniiru. Fakkeenyaaf caqasni kun, abbootiin carraa argatanitti fayyadamanii ijoolleesaanii akka galateeffataniifi akka isaan ofitti amanannaa qabaatan godhanii guddisuuf isaan gargaara. [Qolosaayis 3:21 dubbisi.] Matadureen kun seerawwan buʼuuraa abbootii gargaaruu dandaʼan shan ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi