LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Muddee ful. 6
  • Lallabuu fi Barsiisuu Irratti Fakkeenya Phaawulos Ergamaa Hordofaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Lallabuu fi Barsiisuu Irratti Fakkeenya Phaawulos Ergamaa Hordofaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dandeetti Namootaa Wajjin Ragaa Dhiheessuudhaan Haasa’uu Keenya Guddisuu
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • ‘Wangeelaaf Jecha Waan Hundumaa Godhaa’
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • “Barsiisuuttis Of Kenni!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Muddee ful. 6
Phaawulos bakka gabaatti yommuu lallabu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 17-18

Lallabuu fi Barsiisuu Irratti Fakkeenya Phaawulos Ergamaa Hordofaa

17:2, 3, 17, 22, 23

Fakkeenya Phaawulos ergamaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Bakka gabaatti lallabuu

    Kitaaba Qulqulluutti fayyadamnee ragaa dhiheessuu fi akka dhaggeeffattoota keenyaaf taʼutti dhiheessuudhaani

  • Karaa irratti lallabuu

    Bakkaa fi yeroo namoota argachuu dandeenyutti lallabuudhaani

  • Obboleessi tokko Kitaaba Qulqulluu namuma haasofsiisuutti fayyadamee yommuu isaaf lallabu

    Wanta namootaa wajjin irratti walii gallu argachuuf wanta itti amanan isaaniif kabajuu qabna

IRRATTI XIINXALUUF: Naannoo tajaajilaa gumii koo keessatti namoota hedduu yoomii fi eessatti argachuun dandaʼa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi