LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 4-5
  • Ayyaana Yaadannootiif kan Qophooftan Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ayyaana Yaadannootiif kan Qophooftan Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • B12-A Torban Dhumaa Yesuus Lafa Irratti Dabarse (Kutaa 1)
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • B12-B Torban Dhumaa Yesuus Lafa Irratti Dabarse (Kutaa 2)
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2023
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2022
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 4-5

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Ayyaana Yaadannootiif kan Qophooftan Akkamitti?

Waggaa kanaa eegalee Ayyaana Yaadannoo duʼa Kiristoosiif qophii gochuuf yeroo dabalataa ni qabaanna. Ayyaanni Yaadannoo guyyoota Wiixataa hanga Jimaataa irra yommuu oolutti, Walgaʼiin jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa hin jiraatu. Akkasumas Sanbadduraa fi Dilbata irra yommuu oolu haasaan sabaa fi Qoʼannaan Masaraa Eegumsaa hin jiraatu. Maarree yeroo dabalataa argattan kana akka gaariitti itti fayyadamuuf qophooftaniittuu? Akkuma jaarraa jalqabaatti ture, ayyaana adda taʼe kanaaf qophiin tokko tokko godhameera. (Luq 22:7-13; km 3/15 1) Taʼus, hundi keenya garaa keenya qopheessuu qabna. Kana gochuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Barbaachisummaa ayyaana kana irratti argamuun qabu irratti xiinxalaa.—1Qo 11:23-26

  • Hariiroo Yihowaa wajjin qabdan kadhannaadhaan irratti yaadaa.—1Qo 11:27-29; 2Qo 13:5

  • Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼanii fi hiika Ayyaana Yaadannoo ibsan dubbisuudhaan irratti xiinxalaa.—Yoh 3:16; 15:13

Babalʼistoonni tokko tokko dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo buukleetii Kitaaba Qulqulluu Guyyaa Guyyaan Qoruu jedhamu irratti argamu dubbisanii irratti xiinxalu. Kaan immoo caqasoota Kitaaba Qulqulluu chaartii kana irratti ibsame irratti argaman dubbisu. Kaanis mata dureewwan Masaraa Eegumsaa waaʼee Ayyaana Yaadannoo, waaʼee jaalala Yihowaa fi Yesuus nutti argisiisan ibsan dubbisu. Wanti qoʼachuuf filattan maal iyyuu yoo taʼe, qoʼannaan keessan gara Yihowaa fi Ilma isaatti caalaatti dhihaachuuf akka isin gargaaru hawwii keenya dha.

Torban Xumuraa Jireenya Yesuus Isa Lafa Irraa (Kutaa 1 fi 2)
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi