LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Onkoloolessa ful. 4
  • “Dhumni Wantoota Hundumaa Dhihaateera”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Dhumni Wantoota Hundumaa Dhihaateera”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gammachuudhaan Keessummaa Simachuu Amaleeffachuun Baayʼee Barbaachisaa Dha!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Jaalala Waliif Qabnu Cimsachuu Keenya Itti haa Fufnu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Keessummaa Simachuudhaan “Waan Gaarii” Warra Kaaniif Hiraa (Mat. 12:35a)
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • “Hundumaa Dura Immoo Jaalala Ho’aa Waliif Qabaadhaa!”
    Dammaqinaan Eegaa!
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Onkoloolessa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 PHEEXIROS 3-5

“Dhumni Wantoota Hundumaa Dhihaateera”

4:7-9

Obboleessi dargaggeessi tokko soofaa irra taaʼee kadhachaa jira

Dhiheenyatti rakkinni baayʼee guddaan hanga harʼaatti addunyaa irra gaʼee hin beekne nu mudachuuf jedha. Ammas taʼe gara fuulduraatti karaa hafuuraa cimoo taanee itti fufuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Kadhannaa gosa hundaatiin kadhachuu keessan itti fufaa

  • Obboloota keenyatti caalaatti dhihaachuudhaan jaalala cimaa isaaniif qabaadhaa

  • Miira hoʼaadhaan keessummummaa isaan simadhaa

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko abbaa tokkoo fi ijoollee isaa lamaaniif nyaataa fi uffata yommuu fidan; Dhugaa Baatonni Yihowaa balaa uumamaa tokko booda baaxii mana tokkoo suphaa jiru

AKKANA JEDHAA OF GAAFADHAA: ‘Obbolootaa fi obboleettota naannoo koottis taʼe addunyaa maratti argamaniif jaalala cimaa akkan qabuu fi miira hoʼaadhaan akkan isaan simadhu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi