LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 4
  • Dhugaa Keessa Jiraachuuf Jabaannee Loluu Qabna

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhugaa Keessa Jiraachuuf Jabaannee Loluu Qabna
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaadawwan Ijoo Macaafota Yohannisiifi Yihudaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Gorsa Amantii, Amalaafi Jaalala Ilaalchisee Kenname
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
  • Waa’ee Yesus Barreessaniiru
    Ijoollee Keessan Barsiisaa
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 YOHAANNIS 1-13; 3 YOHAANNIS 1-14–YIHUDAA 1-25

Dhugaa Keessa Jiraachuuf Jabaannee Loluu Qabna

Yihudaa 3

Nama balbala dhiphoo taʼeen seenuuf carraaqaa jiru tokko

Yesuus gorsa, “Balbala isa dhiphaadhaan ol seenuuf dhamaʼaa” jedhu kenneera. (Lu 13:24) Wanti Yesuus dubbate Waaqayyo duratti fudhatama argachuuf qabsoo fi carraaqqii guddaa gochuu akka qabnu argisiisa. Yihudaa inni obboleessa Yesuus taʼe hafuuraan geggeeffamee, ‘amantiidhaaf jabaadhaa lolaa’ jechuudhaan yaaduma wal fakkaatu barreesseera. Wantoota armaan gadii raawwachuuf utuu walii irraa hin kutin carraaqqii gochuun barbaachisaadha:

  • Halalummaa irraa fagaachuuf.—Yih 6, 7

  • Warra itti gaafatamummaa irra jiran kabajuuf.—Yih 8, 9

  • Amantaa barumsawwan Kiristiyaanaa, jechuunis “amantii [keenya] isa hundumaa caalaa qulqulluu taʼe” irratti qabnu jabeeffachuuf.—Yih 20, 21

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi