LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 6
  • Abboota Fardeenii Gulufan Arfan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Abboota Fardeenii Gulufan Arfan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ittiin Lixa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Sii fi Abbootii Fardeenii Arfan
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Abbootiin Fardeenii Arfan Eenyufaʼi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MULʼATA 4-6

Abboota Fardeenii Gulufan Arfan

6:2, 4-6, 8

Yesuus inni farda adii gulufaa jiru xiyya darbatamu harkasaatti qabatee jira; isatti aansuudhaan immoo isa farda diimaa gulufaa jiru, isa farda gurraacha gulufaa jiruu fi isa farda daalachaan gulufaa jirutu jira

Yesuus Seexanaa fi jinniiwwan isaa samii keessa jiran irratti lola banee lafa irratti qofa akka daangeffaman gochuudhaan ‘moʼaa baʼe.’ Yesuus guyyoota gara dhumaa keessatti tajaajiltoota isaa gargaaruu fi eeguudhaan isaaniif jecha moʼuu isaa itti fufeera. Armaagedoonitti abboota fardeenii gulufan sadan yeroo barbadeessuu fi sana booda miidhaa gulufuun isaanii geessise yeroo sirreessutti ‘moʼicha isaa ni xumura.’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi