LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 11
  • Miira Hoʼaadhaan Barsiisaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Miira Hoʼaadhaan Barsiisaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Miira Ho’aa Qabaachuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Miira Hoʼaa Qabaachuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Garaa Namootaa Tuqaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 11
Obboleessi tokko yeroo maanguddoo tokko Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisaa jiru seeqaa fi ibsa qaamaatti fayyadamaa jira.

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa

Miira Hoʼaadhaan Barsiisaa

Miirri hoʼaan nama tokko irra gara nama biraatti ni darba. Xiyyeeffannaa dhaggeeffattoota keenyaa harkisuu dandaʼa. Ergaa keenyaaf iddoo guddaa akka kenninus ni argisiisa. Akkaataan guddinaa keenya fi namummaan keenya kan akkamii iyyuu haa taʼu, miira hoʼaa qabaachuu ni dandeenya. (Rom 12:11) Akkamitti?

Tokkoffaa, ergaan keessan hammam barbaachisaa akka taʼe yaadaa. ‘Wantoonni gaggaariin akka dhufan misiraachoo labsuuf’ mirga argattaniittu. (Rom 10:15) Lammaffaa, dhiibbaa gaarii misiraachichi dhaggeeffattoota keessan irratti qabaachuu dandaʼu irratti xiinxalaa. Wanta isin dubbattan dhagaʼuun isaan barbaachisa. (Rom 10:13, 14) Sadaffaa, ibsa qaamaa fi fuulaa sirrii taʼetti fayyadamuudhaan hinaaffaadhaan dubbadhaa.

VIIDIYOO GAMMACHUU BARATTOOTA GOCHUUN ARGAMSIISU ARGADHAA—DANDEETTII KEESSAN FOOYYEFFADHAA—MIIRA HOʼAADHAAN BARSIISUUDHAAN JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Miira Hoʼaadhaan Barsiisuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Maartaan yommuu Saaraa qoʼanna ishii irratti argamuu akka hin dandeenye ishiitti himtu gaddaa jirti.

    Maartaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Saaraa wajjin gootu irratti wanti miira hoʼaa qabdu jalaa hirʼise maali dha?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Miira Hoʼaadhaan Barsiisuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Saaraan yommuu Kitaaba Qulqulluu qoʼattu nuffitee kan jirtu fakkaatti.

    Maartaan deebistee miira hoʼaa akka qabaattu wanti ishii gargaare maali dha?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Miira Hoʼaadhaan Barsiisuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Saaraa fi Maartaan qoʼannaa isaanii booda gammachuudhaan waliin haasaʼaa jiru.

    Miirri hoʼaan nama tokko irra gara nama biraatti ni darba

    Amala gaarii dhaggeeffattonni keenya qaban irratti xiyyeeffachuu kan qabnu maaliifi?

  • Miira hoʼaa qabachuun keenya barattoota keenyas taʼe warra kaan fayyaduu kan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi