LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 4
  • Barumsa Dogoggoraan Wal Hubachuu Irraa Argamu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barumsa Dogoggoraan Wal Hubachuu Irraa Argamu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Wanta Qabnutti Gammaduu fi Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 4
Israaʼelonni bahaa Yordaanos jiraatan himata dogoggoraa Israaʼelonni kaan isaan irratti dhiheessaniif yommuu deebii kennan.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barumsa Dogoggoraan Wal Hubachuu Irraa Argamu

Gosonni bahaa Yordaanositti argaman iddoo aarsaa guddaa fi dinqisiisaa taʼe ijaaran (Iya 22:10)

Gosonni kaan akka gocha amanamummaa dhabuu raawwatanitti isaan ilaalan (Iya 22:12, 15, 16; w06-AM 4/15 5 key. 3)

Gosonni himataman tasgabbiidhaan deebii kennuun isaanii dhiigni akka hin dhagalaane godheera (Iya 22:21-30; w08 11/15 18 key. 5)

Seenaan kun yommuu dogoggoraan himatamnutti akkamitti deebii kennuu akka qabnuu fi dhugaa jiru hunda utuu hin qulqulleeffatiin tarkaanfii fudhachuu akka hin qabne ilaalchisee maal nu barsiisa?—Fak 15:1; 18:13.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi