LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 12
  • Wanta Utubaawwan Lamaan Irraa Barannu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wanta Utubaawwan Lamaan Irraa Barannu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • B8 Mana Qulqullummaa Solomoon Ijaare
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Jaalala Yihowaaf Qabaniin Kaka’anii Ijaaraniiru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 12
Barandaa mana qulqullummaa fuuldura jiru, isa garasii fi garanaan utubaa sibiila diimaa qabu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wanta Utubaawwan Lamaan Irraa Barannu

Barandaa mana qulqullummaatiif utubaawwan guguddaan lama hojjetamanii turan (1Mo 7:15, 16; w13-AM 12/1 13 key. 3)

Utubaawwan kanaaf maqaan hiika qabu kennamee ture (1Mo 7:21; it-1-E 348)

Yihowaan Israa’elonni yeroo isatti amanamaa turanitti mana qulqullummaa ‘jabeessanii akka dhaaban’ isaan gargaara ture (1Mo 7:21, milj.; Fr 127:1)

Yihowaan rakkinoota hedduu moonee gara dhugaatti akka dhufnu nu gargaareera. Haa ta’u malee, ‘amantiitti cimnee dhaabbachuuf’ isatti amanamuu keenya itti fufuu qabna.—1Qo 16:13.

Suuraawwan garaa garaa: 1. Shamarreen tokko bakka daldalaatti obboleettii tokko irraa birooshura “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamu yommuu fudhattu. 2. Kitaaba “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamu kana yommuu dubbistu araada tamboo xuuxuu qabdu irratti yaada jirti. 3. Yommuu cuuphamtu.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaatti akkan amanamuu argisiisaa kanan jiru akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi