LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 8
  • Gargaarsa Yihowaatiin Hojii Ulfaataa Siif Kennamu Hojjechuu ni Dandeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gargaarsa Yihowaatiin Hojii Ulfaataa Siif Kennamu Hojjechuu ni Dandeessa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Haalli Rakkisaan Yeroo Uumamu Akkuma Fiinehaas Gochuu Dandeessuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaa Akka hin Gaddisiisne Sodaa Sirrii Qabaadhu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gargaarsa Yihowaatiin Hojii Ulfaataa Siif Kennamu Hojjechuu ni Dandeessa

Lewwoota karra eegdota taʼaniif itti gaafatamummaa guddaan kennamee ture (1Se 9:26, 27; w05-AM 10/1 9 key. 8)

Bara Museetti Finahaas geggeessaa karra eegdota godoo qulqulluu ture (1Se 9:17-20a)

Yihowaan Finahaas hojii isaa akka raawwatu isa gargaareera (1Se 9:20b; w11 9/15 32 key. 7)

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Obboleettiin shamarree taate takka maashinii ijaarsaa guddaa tokko oofaa jirti. 2. Hiriyoonni gaaʼelaa maanguddoota taʼan tokko bilbilaan dhugaa baʼaa jiru. 3. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko bakka babalʼistoonni Mootummichaa caalaatti barbaachisanitti lallabaa jiru.

Yihowaan hojii barbaachisaa taʼe hedduu nuuf kenneera. Hojii siif kenname tokko akkamitti raawwachuu akka qabdu yoo mirkanaaʼaa taʼuu baatte, Yihowaa kadhadhu, akkasumas Kiristiyaana gahumsa qabu tokko gaafadhu.—Flp 2:13.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi