LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 10
  • Ogummaadhaaf Bakka Guddaa Kenniteetti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ogummaadhaaf Bakka Guddaa Kenniteetti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ogummaa Isaatiif Yihowaa Jajadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Seerawwan Yihowaa Ogummaa kan Qabanii fi Haqa Qabeeyyii Dha
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Kadhannaa Solomoon Gad Of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Solomoon Mootii Ogeessa Ture
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 10
Mootuun Sheebaa Solomooniif kennaa kennaa jirti. Solomoon ishii simachuuf kaʼee dhaabbachaa jira. Faarfattoonni fi eegdonni kortoo teessoo Solomoon maddii dhaabbachaa jiru.

Mootuun Sheebaa mana mootummaa Solomoon Mootichaa daawwachaa jirti

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ogummaadhaaf Bakka Guddaa Kenniteetti

Mootuun Sheebaa Solomooniin arguuf imala dheeraa fi ulfaataa imalteetti (2Se 9:1, 2; w99-AM 11/1 20 key. 4; w99-AM 7/1 30 key. 4-5)

Ogummaanii fi qabeenyi Solomoon baayʼee ishii dinqisiisee ture (2Se 9:3, 4; w99-AM 7/1 30-31; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Wanti argite Yihowaa akka jajattu ishii kakaaseera (2Se 9:7, 8; it-2-E 990-991)

Mootuun Sheebaa gaalota hedduu qabattee Solomoon Mooticha ilaaluuf deemaa jirti.

Mootuun Sheebaa ogummaadhaaf bakka guddaa waan kennituuf ogummaa argachuuf jecha aarsaa guddaa kaffalteetti

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ogummaa akka qabeenya dhokfameetti barbaaduuf fedhii qabaa?’—Fak 2:1-6.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi