LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 2
  • “Namni Yoo Duʼe Deebiʼee Jiraachuu Dandaʼaa?”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Namni Yoo Duʼe Deebiʼee Jiraachuu Dandaʼaa?”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Ogummaadhaaf Bakka Guddaa Kenniteetti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Ogummaa Isaatiif Yihowaa Jajadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Namni Yoo Duʼe Deebiʼee Jiraachuu Dandaʼaa?”

Ilmaan namootaa duʼa hambisuuf ykn namoota duʼaa kaasuuf humna hin qaban (Iyo 14:1, 2, 4, 10; w99-AM 10/15 3 key. 1-3)

Namoonni duʼan deebiʼanii jiraachuu dandaʼu (Iyo 14:7-9; w15 4/15 32 key. 1-2)

Yihowaan tajaajiltoota isaa duʼan duʼaa kaasuuf dandeettii qofa osoo hin taane hawwii guddaas qaba (Iyo 14:14, 15; w11 4/1 30 key. 5)

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Gufuu mukaa lataa jiru. 2. Haadha intala ishii Jannata keessatti d⁠u⁠ʼaa kaate hammachaa jirtu.

KANA IRRATTI XIINXALI: Yihowaan tajaajiltoota isaa amanamoo duʼaa kaasuuf kan hawwu maaliifi? Kun waaʼee Yihowaa maal akka sitti dhagaʼamu godha?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi