LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp21 Lakk. 3 ful. 16
  • Daandii Egeree Amansiisaa Argamsiisu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Daandii Egeree Amansiisaa Argamsiisu
  • The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAANDIIN EGEREE AMANSIISAA ARGAMSIISU ISA KAM SITTI FAKKAATA?
  • Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:
  • Namni Hundi Egeree Amansiisaa Qabaachuu Barbaada
    The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
  • Seensa
    The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
  • Nama Gaarii Taʼuun Kee Egeree Amansiisaa Siif Argamsiisuu ni Dandaʼaa?
    The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
  • Barumsii fi Maallaqni Egeree Amansiisaa ni Argamsiisuu?
    The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
Dabalataan Ilaaluuf
The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
wp21 Lakk. 3 ful. 16
Mana kitaabaa keessatti dubartiin takka taableetii ishii irraa Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jirti.

Daandii Egeree Amansiisaa Argamsiisu

DAANDIIN EGEREE AMANSIISAA ARGAMSIISU ISA KAM SITTI FAKKAATA?

  • Barumsa sadarkaa ol aanaa tii?

  • Qabeenya dhaa?

  • Nama gaarii taʼuu dhaa?

  • Moo wanta kan biraa ti?

Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:

“Ogummaan . . . siif gaarii taʼuu isaa beeki. Isa yoo argatte, egereen kee gaarii taʼa, abdiin kees hin badu.”—FAKKEENYA 24:14.

Kitaaba Qulqulluu irraa ogummaa egeree amansiisaa siif argamsiisu argachuu ni dandeessa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi