LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 13
  • Maqaa Gaarii Qabnu Itti Fufsiisuuf Maal Gochuun Dandaʼa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maqaa Gaarii Qabnu Itti Fufsiisuuf Maal Gochuun Dandaʼa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Guddina Gochaa Jirtu Galmeessi
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Wanti Ati hin Beekne Akka Jiru Gad Of Qabuudhaan Amanii Fudhadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 13

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Maqaa Gaarii Qabnu Itti Fufsiisuuf Maal Gochuun Dandaʼa?

Namoonni amala Dhugaa Baatonni Yihowaa argisiisaniif xiyyeeffannaa kennu. (1Qo 4:9) Kanaaf, ‘Dubbiin koo fi gochi koo Yihowaadhaaf ulfina kan fidudhaa?’ jennee of gaafachuu qabna. (1Ph 2:12) Wanta maqaa gaarii Dhugaa Baatonni Yihowaa waggoota hedduudhaaf horatan balleessu matumaa gochuu hin barbaannu.—Lal 10:1.

Haalawwan armaan gadii keessatti Kiristiyaanni tokko wanta gochuu qabuu fi qajeelfama Kitaaba Qulqulluu isa gargaaru barreessi:

  • Yeroo namni hin amanne tokko aariidhaan si ceephaʼu

  • Uffanni, konkolaataan ykn manni kee haala gaariidhaan kan hin qabamne yoo taʼe

  • Seerrii naannoo keenyaatti baʼe tokko yoo nu amansiisuu baate ykn ajajamuuf ulfaataa yoo taʼe

Suuraawwan: Suuraawwan viidiyoo “Dhugaa Jaallachuu fi Iddoo Guddaa Kennuufii” jedhamu irraa fudhataman. 1. Obboleessi tokko kitaaba qorannaa gochuuf isa gargaaru dubbisaa jira. 2. Obboleessi tokkoo fi obboleettiin tokko madda barreeffamaa qorannaa tokkoo ilaalaa jiru. 3. Maddawwan odeeffannoo birooshurri “Madda Jireenyaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Deebii Argachuu Qaban Shan” jedhamu irraa fudhataman. 4. Dubartiin tokko bilbila ishii isa ammayyaatiin weebsaayitii jw.org ilaalaa jirti.

Qorattoonni Dippaartimentii Barreeffamaa keessa hojjetan maqaa gaarii qabnuuf gumaacha kan godhan akkamitti?

VIIDIYOO DHUGAA JAALLACHUU FI IDDOO GUDDAA KENNUUFII JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFII ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Carraaqqii jaarmiyichi wantoota sirrii qopheessuuf godhu ilaalchisee wanti si dinqisiisu maalidha?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi