LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 1978
  • Qabiyyee Yaaqoob

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Yaaqoob
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qabiyyee 2 Tasalonqee
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee Roomaa
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee 1 Yohaannis
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee 1 Tasalonqee
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Dabalataan Ilaaluuf
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Yaaqoob

YAAQOOB

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Nagaa dhaamuu (1)

    • Jabaatanii dhaabbachuun gammachuu argamsiisa (2-15)

      • Amantii qorame (3)

      • Amantiidhaan kadhachuu isaa itti haa fufu (5-8)

      • Hawwiin, cubbuu fi duʼatti geessa (14, 15)

    • Kennaan gaariin hundi ol gubbaadhaa gad buʼa (16-18)

    • Dubbicha dhagaʼuu fi hojii irra oolchuu (19-25)

      • Nama daawitii ilaalu (23, 24)

    • Waaqeffannaa qulqulluu fi xurii hin qabne (26, 27)

  • 2

    • Looguun cubbuu dha (1-13)

      • Jaalalli seera mootii ti (8)

    • Amantiin hojii malee duʼaa dha (14-26)

      • Jinniiwwan ni amanu, ni romʼus (19)

      • Abrahaam michuu Yihowaa jedhamee waamame (23)

  • 3

    • Arraba madaqsuu (1-12)

      • Namoonni baayʼeen barsiisota hin taʼin (1)

    • Ogummaa ol gubbaadhaa dhufu (13-18)

  • 4

    • Michuu addunyaa hin taʼinaa (1-12)

      • Diiyaabilosiin mormaa (7)

      • Gara Waaqayyootti dhihaadhaa (8)

    • Akeekkachiisa of tuuluu ilaalchisee kenname (13-17)

      • “Fedhii Yihowaa yoo taʼe” (15)

  • 5

    • Akeekkachiisa sooreyyiidhaaf kenname (1-6)

    • Waaqayyo warra obsaan jabaatanii dhaabbatan ni eebbisa (7-11)

    • “Eeyyeen” keessan eeyyee haa taʼu (12)

    • Kadhannaan amantiidhaan dhihaate humna qaba (13-18)

    • Cubbamaan tokko akka deebiʼu gargaaruu (19, 20)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi