- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
2 MOOTOTA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
Eeliyaas obomboleettiidhaan ol fudhatame (1-18)
Eelsaaʼi bishaan Yeriikoo fayyise (19-22)
Amaaketoonni ijoollee Beetelii baʼan ni ajjeesan (23-25)
3
Yooraam mootii Israaʼel (1-3)
Moʼaab Israaʼel irratti fincila kaaste (4-25)
Moʼaab ni moʼamte (26, 27)
4
Eelsaaʼi zayitii dubartii abbaan manaa irraa duʼe tokkoo baayʼise (1-7)
Shunamittiin tokko keessummaa simatte (8-16)
Dubartiin tokko ilma deesse; innis ni duʼe (17-31)
Eelsaaʼi mucaa duʼe sana duʼaa kaase (32-37)
Eelsaaʼi ittoon kan nyaatamu akka taʼu godhe (38-41)
Eelsaaʼi daabboo baayʼise (42-44)
5
6
Eelsaaʼi sibiilli qottoo akka bololiʼu godhe (1-7)
Eelsaaʼii fi warra Sooriyaa (8-23)
Ijji tajaajilaa Eelsaaʼii ni baname (16, 17)
Warri Sooriyaa sammuun isaanii ni jaame (18, 19)
Beela Samaariyaa ishii marfamte keessatti uumame (24-33)
7
Eelsaaʼi beelichi akka dhaabbatu raajii dubbate (1, 2)
Buufata warri Sooriyaa dhiisanii baqatan keessatti nyaanni ni argame (3-15)
Raajiin Eelsaaʼi dubbate ni raawwatame (16-20)
8
Lafti Shunamittii ishiidhaaf deebifame (1-6)
Eelsaaʼi, Benhadaadii fi Hazaaʼel (7-15)
Yooraam mootii Yihudaa (16-24)
Akaaziyaa mootii Yihudaa (25-29)
9
Yehuun mootii Israaʼel taʼee dibame (1-13)
Yehuun Yooraamii fi Akaaziyaa ajjeese (14-29)
Iizaabel ni ajjeefamte; saroonni foon ishii ni nyaatan (30-37)
10
Yehuun maatii Ahaab fixe (1-17)
Yehuun waaqeffattoota Baʼaal ajjeese (18-27)
Seenaa bulchiinsa Yehuu (28-36)
11
Ataaliyaan humnaan teessicha fudhatte (1-3)
Yoʼaas dhoksaadhaan mootii godhame (4-12)
Ataaliyaan ni ajjeefamte (13-16)
Yehoyaadaan jijjiirama fide (17-21)
12
Yoʼaas mootii Yihudaa (1-3)
Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-16)
Weerara warra Sooriyaa (17, 18)
Yoʼaas ni ajjeefame (19-21)
13
Yehoʼahaaz mootii Israaʼel (1-9)
Yoʼaas mootii Israaʼel (10-13)
Eelsaaʼi hinaaffaa Yoʼaas qore (14-19)
Eelsaaʼi ni duʼe; lafeen isaa nama tokko duʼaa ni kaase (20, 21)
Raajiin Eelsaaʼii inni dhumaa ni raawwatame (22-25)
14
Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-6)
Waraana Edoomii fi Israaʼelii wajjin godhame (7-14)
Yoʼaas mootiin Israaʼel ni duʼe (15, 16)
Amaaziyaan ni duʼe (17-22)
Yeroboʼaam Lammaffaa mootii Israaʼel (23-29)
15
Azaariyaa mootii Yihudaa (1-7)
Mootota Israaʼel warra dhumaa: Zakkaariyaas (8-12), Shaalum (13-16), Menaahem (17-22), Peqaayaa (23-26), Peeqaa (27-31)
Yootaam mootii Yihudaa (32-38)
16
Akaaz mootii Yihudaa (1-6)
Akaaz Asoorotaaf mattaʼaa kenne (7-9)
Akaaz pilaanii iddoo aarsaa waaqeffannaa sobaa garagalfate (10-18)
Akaaz ni duʼe (19, 20)
17
Hosheʼaa mootii Israaʼel (1-4)
Israaʼel ni kufte (5, 6)
Israaʼel gantuu waan taateef ni boojiʼamte (7-23)
Namoonni biyya ormaa gara magaalota Samaariyaatti fidaman (24-26)
Amantii wal makaa warra Samaariyaa (27-41)
18
Hisqiyaas mootii Yihudaa (1-8)
Seenaa kufaatii Israaʼel (9-12)
Senaaheriib Yihudaa weerare (13-18)
Raabshaaqichi Yihowaa arrabse (19-37)
19
Hisqiyaas karaa Isaayyaas gargaarsa Waaqayyoo barbaade (1-7)
Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (8-13)
Kadhannaa Hisqiyaas (14-19)
Isaayyaas deebii Waaqayyo kenne dubbate (20-34)
Maleekaan tokko Asoorota 185,000 ajjeese (35-37)
20
Hisqiyaas ni dhukkubsate, ni fayyes (1-11)
Ergamoota Baabilonii dhufan (12-19)
Hisqiyaas ni duʼe (20, 21)
21
22
Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2)
Qajeelfama mana qulqullummaa haaressuuf kenname (3-7)
Kitaabni Seerichaa ni argame (8-13)
Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (14-20)
23
Yosiyaas haareffama godhe (1-20)
Faasikaan ni kabajame (21-23)
Haareffama dabalataa Yosiyaas godhe (24-27)
Yosiyaas ni duʼe (28-30)
Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (31-33)
Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (34-37)
24
Yehoyaaqiim ni fincile, ni duʼes (1-7)
Yehoyaakiin mootii Yihudaa (8, 9)
Yeroo jalqabaatiif gara Baabilonitti geeffaman (10-17)
Zedeeqiyaa mootii Yihudaa; ni fincile (18-20)
25
Nebukadnezaar Yerusaalemitti marse (1-7)
Yerusaalemii fi manni qulqullummaa ishii ni balleeffame; yeroo lammataatiif gara Baabilonitti geeffaman (8-21)
Gedaaliyaan bulchaa godhame (22-24)
Gedaaliyaan ni ajjeefame; namoonni gara Gibxiitti baqatan (25, 26)
Yehoyaakiin Baabiloonitti ni gadhiifame (27-30)