LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w12 1/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
w12 1/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Amajjii 15, 2012

Maxxansa Qayyabannaa

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

GURAANDHALA 27–BITOOTESSA 4, 2012

Kiristiyaanonni Dhugaan Dubbii Waaqayyootiif Bakka Guddaa Kennu

FUULA 4 • FAARFANNAA: 37, 43

BITOOTESSA 5-11, 2012

Dammaqinaan Jiraachuu Ergamoota Yesusirraa Baradhaa

FUULA 9 • FAARFANNAA: 24, 43

BITOOTESSA 12-18, 2012

‘Dhugaa Isa Bifa Macaafaatti Qophaaʼerraa’ Baradhaa

FUULA 16 • FAARFANNAA: 16, 13

BITOOTESSA 19-25, 2012

Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Aarsaa Dhiheessaa

FUULA 21 • FAARFANNAA: 10, 6

BITOOTESSA 26, 2012–EBLA 1, 2012

Luboota Mana Mootummaa Namoota Hunda Fayyadan

FUULA 26 • FAARFANNAA: 23, 28

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 4-8

Matadureen kun bara duriitii kaasee Kiristiyaanonni dhugaan Dubbii Waaqayyootiin geggeeffamuu akka barbaadan kan argisiisan akkamitti akka taʼe ibsa. Akkasumas caqasa waggaa bara 2012 ibsa.

MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 9-13

Matadureen kun dammaqoo taʼanii jiraachuu ilaalchisee ergamoota Yesusiifi Kiristiyaanota jaarraa tokkoffaarraa barumsa argannu sadii ibsa. Qayyabannaan kun murtoo misraachoo Mootummaa Waaqayyoo guutummaatti lallabuuf goone nuu cimsa.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 16-25

Seerri Musee Israaʼeloonni bara durii Yihowaadhaaf aarsaawwan addaddaa akka dhiheessan isaanirraa eega ture. Kirstiyaanonni garuu Seera kanaan hin geggeeffaman. Haataʼu malee, matadureewwan kun seerri buʼuuraa achi keessatti argamu, galateeffannaa Yihowaan namoota yeroo harʼaatti isa waaqeffatanirraa barbaadu ilaalchisee barumsa kenna.

MATADUREE QAYYABANNAA 5 FUULA 26-30

Wanti guddaan ilmaan namootaatiif barbaachisaa taʼe Waaqayyotti araaramuudha. Matadureen kun lubni mana mootummaa akkamitti namoota Waaqayyoo wajjin akka walitti araarsu, akkasumas akkamitti kanarraa faayidaa akka argannu ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Kun Dhugumayyuu Maxxansa Qayyabannaati!

14 ‘Lallabuu Kanaan Dandaʼu Akkamitti?ʼ

15 Yeroo Qayyabannaa Caalaatti Gammachiisaafi Buʼa Qabeessa Gochuu

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Daldala karaarraa, Saan Kiristobaal Dee Laas Kasaas, Meeksikootti. Hiriyoonni gaaʼelaa qajeelchitoota taʼaniifi afaan Tsootsil baratan maatii naannichaatiif yommuu lallaban.

MEEKSIKOO

BAAYʼINA UUMMATAA

108,782,804

BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA

710,454

HOJII HIIKKAA

Afaan biyyichaa 30

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi