LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/13 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ayyaana Yaadannoo Beeksisuuf Duula Bitootessa 17 Jalqabu
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2013
km 2/13 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Duula Afeerrii Ayyaana Yaadannootiif Gargaaru

“Harka fuune. Ayyaana guddaa waggaa waggaadhaan kabajamuufi gaafa Bitootessa 26 addunyaa maratti kabajamurratti akka argamtaniif waraqaa afeerrii kana isiniif kennuu dhufne. Ayyaanni kun duʼa Yesus yaadachuuf waggaatti al tokko kan kabajamudha. Haasaan Macaafa Qulqulluurratti hundaaʼeefi duutisaa akkamitti akka nu gargaaru ibsu ni dhihaata. Waraqaan afeerrii kun teessoofi yeroo walgaʼiin kun itti geggeeffamu qabateera.”

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

Namoonni hedduun waaʼee dhuma biyya lafaa yeroo dubbatan ni dhagaʼama. Atoo dhuma biyya lafaa sodaachuu waan qabnu sitti fakkaataa. [Hanga deebii kennutti eegi.] Mee caqasa tokkon sii dubbisa. [1 Yohannis 2:17 dubbisi.] Akka caqasni kun ibsutti namoonni oolan ni jiraatu. Barruun kun dhuma biyya lafaa ilaalchisee gaaffii namoonni hedduun gaafatan afuriif deebii Macaafni Qulqulluun kennu qabateera.”

Dammaqaa! Bitootessa

“Yeroon kun ijoollee guddisuuf yeroo rakkisaadha yoo jedhame irratti walii hin galtuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Maatiiwwan heduun Macaafa Qulqulluurraa gorsa gaarii argataniiru. Fakkeenyaaf, caqasni kun abootiin carraa ijoolleesaanii itti galateeffataniifi ijoolleensaanii ofitti amantaa akka qabaatan gochuuf isaan dandeessisu argachuuf isaan gargaara. [Qolosaayis 3:21 dubbisi.] Matadureen kun seerawwan buʼuuraa abbootii gargaaran shan ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi