12 Sababiin isaas, Daaniʼel inni mootichi Belteshaazaar+ jedhee moggaase sun abjuu hiikuu, dubbii dhokataa ibsuu fi rakkoowwan wal xaxoo taʼan furuu irratti dandeettii addaa, beekumsaa fi hubannaa qaba ture.+ Egaa amma Daaniʼel haa waamamu; inni hiika isaa sitti hima.”