-
Baʼuu 30:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Muka laaftoo irraa danqaraawwan tolchiitii warqiidhaan uwwisi.
-
-
Baʼuu 36:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Achiis golgichaaf utubaawwan muka laaftoo afur tolchee warqiidhaan isaan uwwise; hookkoowwan isaanii warqii irraa ni tolche; meetii baqsees utubaawwan sanaaf miiloowwan uraa qaban afur ni tolche.
-