LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 29:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Amma ani Yihowaa nan jajadha” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yihudaa*+ jettee moggaaste. Sana booda ishiin daʼumsa ni dhaabde.

  • Uumama 46:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ilmaan Yihudaa,+ Eer, Onaan, Sheelaa,+ Faaresii+ fi Zeeraa+ turan. Haa taʼu malee, Eerii fi Onaan biyya Kanaʼaan keessatti duʼan.+

      Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul turan.+

  • Lakkoofsa 2:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Kallattii bahaatiin, jechuunis gara aduun baatuun gareen Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti ni buufata; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa ilmaan Yihudaa ti. 4 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 74,600 turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihudaan+ obboloota isaa kan caaluu fi inni geggeessaa taʼu karaa isaa kan dhufe+ taʼus, mirgi angafummaa kan kenname Yoseefiif ture.

  • Maatewos 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Abrahaam Yisihaaqiin+ dhalche;

      Yisihaaq Yaaqoobiin+ dhalche;

      Yaaqoob Yihudaa+ fi obboloota isaa dhalche;

  • Ibroota 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Gooftaan keenya gosa Yihudaa keessaa akka dhufe ifa dha;+ taʼus Museen luboota gosa kana keessaa dhufan ilaalchisee homaa hin dubbanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi