LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 1:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Leewwota, godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu+ irratti, miʼawwan isaa hundumaa irrattii fi wanta kan isaa taʼe hundumaa irratti muudi.+ Isaan godoo qulqulluu sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa ni baatu;+ achi keessattis ni tajaajilu;+ godoo qulqulluu sanatti marsaniis ni buufatu.+

  • Lakkoofsa 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Gosa Leewwii+ gara fuulduraatti dhiheessiitii Aaron lubicha dura isaan dhaabbachiisi; isaanis isa ni tajaajilu.+

  • 2 Seenaa Baraa 31:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda Hisqiyaas aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa akka dhiheessaniif, akkasumas karra mooraawwan* Yihowaa keessatti akka isa tajaajilaniif, akka galata isaaf galchanii fi akka isa jajataniif+ luboota akka garee garee isaaniitti,+ Leewwotas akka garee garee isaaniitti+ ni muude; tokkoon tokkoon lubootaa fi Leewwotaas tajaajila isaaniitiif ni muude.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi