LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Israaʼelota warra waraana Kanaʼaanii wajjin godhame kam irratti iyyuu hin hirmaanne hundumaa qoruu akka dandaʼaniif, Saboonni Yihowaan akka hafan heyyame kanneen kana dha+

  • Abbootii Murtii 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 gooftolii Filisxeemotaa+ shanan, Kanaʼaanota hundumaa, Siidoonotaa+ fi Hiiwota+ warra Gaara Baʼaal Hermoon irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatitti*+ Gaara Libaanon+ irra jiraatan.

  • 1 Saamuʼel 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Boru gara saʼaatii kanaatti, ani nama biyya Biiniyaamii+ dhufe tokko gara keetti nan erga. Atis saba koo Israaʼel irratti geggeessaa godhii isa muudi;+ inni saba koo harka Filisxeemotaa jalaa ni oolcha. Ani gadadoo saba kootii argeera; iyyi isaaniis na bira gaʼeera.”+

  • 1 Saamuʼel 14:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Guutummaa bara Saaʼolitti Filisxeemotaa wajjin waraanni cimaan godhamaa ture.+ Saaʼol yeroo nama cimaa yookiin onnataa taʼe argu loltoota isaatti akka makamu isa filata ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi