LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 11:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Biyya Israaʼel keessatti Anaaqiim tokko illee hin hafne; isaan kan hafan+ Gaazaa,+ Gaatii+ fi Ashdood+ keessatti qofa ture.

  • 1 Saamuʼel 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, bulchitoota Filisxeemotaa hundumaatti erganii walitti erga isaan qabanii booda, “Taabota Waaqa Israaʼel kana maal utuu goonee wayya?” jedhanii gaafatan. Isaanis, “Taabonni Waaqa Israaʼel gara Gaatitti+ haa geeffamu” jedhanii isaaniif deebisan. Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa Israaʼel achi geessan.

  • 1 Saamuʼel 17:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis gootni tokko buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼe; maqaan isaa Goliyaad+ jedhama; inni nama Gaat+ yeroo taʼu, dheerinni isaa dhundhuma jaʼaa fi taakkuu tokko ture.*

  • 1 Saamuʼel 27:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, Daawit namoota 600+ warra isaa wajjin jiranii wajjin kaʼee gara Akiish+ ilma Maaʼok isa mootii Gaat taʼetti qajeele.

  • Faarfannaa 56:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • Geggeessaa muuziqaatiif; “Gugee Callistu Ishii Fagoo Jirtuun.” Faarfannaa Daawit. Miktaam.* Yeroo Filisxeemonni Gaatitti+ isa qabanitti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi