2 Saamuʼel 8:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaa itti gaafatamaa raayyaa waraanaa ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture. 2 Saamuʼel 20:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yoʼaab raayyaa waraanaa Israaʼel hundumaa irratti ajajaa ture;+ Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa+ immoo Kereetotaa fi Pheleetota+ irratti aangoo qaba ture. 1 Mootota 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+ 1 Mootota 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Innis Yoʼaab ilma Zeruuyaa fi Abiyaataar+ lubichaa wajjin ni mariʼate; isaanis Adoniyaadhaaf gargaarsaa fi deggersa ni godhan.+
16 Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaa itti gaafatamaa raayyaa waraanaa ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture.
23 Yoʼaab raayyaa waraanaa Israaʼel hundumaa irratti ajajaa ture;+ Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa+ immoo Kereetotaa fi Pheleetota+ irratti aangoo qaba ture.
5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+
7 Innis Yoʼaab ilma Zeruuyaa fi Abiyaataar+ lubichaa wajjin ni mariʼate; isaanis Adoniyaadhaaf gargaarsaa fi deggersa ni godhan.+