LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+

  • 2 Saamuʼel 7:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, akka waan wanti kun natti hanqatetti, ati waaʼee mana tajaajilaa keetii isa wanta gara fuulduraatti taʼus dubbatteetta; yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, kun ilmaan namootaa hundumaatiif qajeelfama* dha.

  • 1 Seenaa Baraa 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘“Barri jireenyaa kee dhumee abbootii kee wajjin taʼuuf yommuu deemtu, sanyii kee isa si booda dhufu, jechuunis ilmaan kee keessaa isa tokko nan kaasa;+ mootummaa isaas jabeessee nan dhaaba.+

  • Faarfannaa 89:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 “Isan filadhee wajjin kakuu galeera;+

      Tajaajilaa koo Daawitiif akkana jedhee kakadheera:+

  • Faarfannaa 89:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Bara baraaf jaalala koo isa amanamaa isatti nan argisiisa,+

      Kakuun isaa wajjin gales matumaa hin diigamu.+

      29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,

      Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+

  • Faarfannaa 132:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan Daawitiif kakateera;

      Inni matumaa isa akkana jedhee dubbate raawwachuu irraa duubatti hin jedhu:

      “Ani sanyii* kee keessaa isa tokko

      Teessoo kee irra nan kaaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi