Isaayyaas 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+Ammaa jalqabee bara baraaf,Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas. Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha. Isaayyaas 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata. Amoos 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+Baqaqaa isaa* nan supha,Diiggaa isaas nan haaressa;Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+
7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+Ammaa jalqabee bara baraaf,Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas. Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.
11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+Baqaqaa isaa* nan supha,Diiggaa isaas nan haaressa;Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+