LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Akka saba kootti isin nan simadha; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isinis ani Waaqa keessan Yihowaa isa baʼaa Gibxii jalaa isin baasu taʼuu koo dhugumaan ni beektu.

  • Baʼuu 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Harka koo Gibxii irratti yommuun diriirsuu fi Israaʼelota isaan gidduudhaa yommuun baasu, warri Gibxii ani Yihowaa akkan taʼe dhugumaan ni beeku.”+

  • Faarfannaa 83:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+

      Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan.

  • Hisqiʼel 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani harka koo isaan irratti diriirsee biyyattii ona nan godha; iddoowwan jireenyaa isaanii hundis lafa onaa Diblaa biratti argamu caalaa ona ni taʼu. Isaanis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.’”

  • Hisqiʼel 39:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Maqaan koo inni qulqulluun saba koo Israaʼel gidduutti akka beekamu nan godha; kana booda ani maqaan koo inni qulqulluun akka xuraaʼu hin heyyamu; saboonnis Israaʼel keessatti ani Yihowaa Isa Qulqulluu+ taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi