LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 28:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Yaaqoob ganama bariidhaan kaʼee dhagaa boraafate sana fuudhee akka siidaatti dhaabe; achiis fiixee isaa irratti zayitii dhangalaase.+ 19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.

  • 1 Mootota 12:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Mootichi erga gorsitoota isaa wajjin mariʼatee booda, jabbilee warqii+ lama hojjetee namoota sanaan, “Yerusaalemitti ol baʼuun baayʼee isinitti ulfaata. Yaa Israaʼel, Waaqni kee inni biyya Gibxiitii si baase isa kana” jedhe.+ 29 Achiis isa tokko Beetel+ keessa, isa tokko immoo Daan+ keessa ni dhaabe.

  • 2 Mootota 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Innis achii kaʼee gara Beetelitti ol baʼe. Utuu inni karaa irra deemaa jiruus ijoolleen xixinnoon muraasni magaalattii keessaa baʼanii, “Namicha mataa moluu nana, ol baʼi! Namicha mataa moluu nana, ol baʼi!” jedhanii isatti qoosuu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi