Uumama 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, cubbuun Amoorotaa amma iyyuu safarri isaa waan hin guunneef,+ isaan dhaloota arfaffaatti asitti ni deebiʼu.”+ Lakkoofsa 13:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Amaaleqonni+ biyya Negeeb+ keessa jiraatu; Heetonni, Yebuusonnii+ fi Amooronni+ naannoo gaarotaa keessa jiraatu; Kanaʼaanonni+ immoo galaanicha bira,+ akkasumas Yordaanos qarqara jiraatu.” Keessa Deebii 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne;
16 Haa taʼu malee, cubbuun Amoorotaa amma iyyuu safarri isaa waan hin guunneef,+ isaan dhaloota arfaffaatti asitti ni deebiʼu.”+
29 Amaaleqonni+ biyya Negeeb+ keessa jiraatu; Heetonni, Yebuusonnii+ fi Amooronni+ naannoo gaarotaa keessa jiraatu; Kanaʼaanonni+ immoo galaanicha bira,+ akkasumas Yordaanos qarqara jiraatu.”
8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne;