LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 33:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Sabni Israaʼel akka garee garee* isaaniitti+ qajeelfama Musee fi Aaron jala taʼuudhaan+ yeroo biyya Gibxii keessaa baʼanitti+ akkaataan imala isaanii kana ture.

  • Lakkoofsa 33:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis Abroonaa keessaa baʼanii Eexiyoon Geber+ keessa buufatan.

  • Keessa Deebii 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+

      “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+

  • 1 Mootota 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kana malees, Solomoon Mootichi biyya Edoom+ keessaa Eexiyoon Geber+ ishii Eeloot bira, Galaana Diimaa qarqaratti argamtutti dooniiwwan ni hojjete.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi