LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Iddoon ol kaʼaan hunda caalaa beekamaa* taʼe Gibeʼon waan tureef, mootichi achitti aarsaa dhiheessuuf ni dhaqe.+ Solomoon iddoo aarsaa sana irratti aarsaawwan gubaman 1,000 ni dhiheesse.+

  • 1 Mootota 8:63
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 Solomoon loon 22,000 fi hoolota 120,000 Yihowaadhaaf aarsaawwan gamtaa+ godhee ni dhiheesse. Akka kanaan mootichii fi Israaʼelonni hundi mana Yihowaa ni eebbisan.+

  • 1 Seenaa Baraa 29:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Guyyaa itti aanuttis Yihowaadhaaf aarsaawwan dhiheessuu isaanii fi Yihowaadhaaf aarsaawwan gubaman+ dhiheessuu isaanii itti fufan; jiboota 1,000, korbeeyyii hoolaa 1,000, hoolota xobbaallaa* kormaa 1,000 fi kennaawwan dhugaatii+ isaanii ni dhiheessan; guutummaa Israaʼeliifis aarsaawwan hedduu ni dhiheessan.+ 22 Isaanis guyyaa sanatti gammachuu guddaadhaan Yihowaa duratti nyaachuu fi dhuguu isaanii itti fufan;+ ilma Daawit kan taʼe Solomooniin yeroo lammaffaadhaaf Yihowaa duratti mootii godhan; geggeessaa godhanis isa diban;+ Saadoqiinis luba godhanii diban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi