-
Leewwota 21:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Aarsaawwan Yihowaa warra ibiddaan dhihaatan, jechuunis nyaata* Waaqa isaaniitiif dhihaatu waan dhiheessaniif, Waaqa isaaniitiif qulqulluu taʼuu qabu;+ maqaa Waaqa isaaniis xureessuu hin qaban;+ isaan qulqulluu taʼuu qabu.+ 7 Lubichi Waaqa isaatiif qulqulluu waan taʼeef, dubartii sagaagaltuu,+ dubartii xuroofte yookiin dubartii abbaa manaa ishii wajjin wal hiikte fuudhuu hin qabu.+ 8 Nyaata Waaqa keetiif dhihaatu kan dhiheessu isa waan taʼeef, isa qulqulleessi.+ Ani Yihowaan inni isin qulqulleessu qulqulluu waanan taʼeef,+ lubichi isiniif qulqulluu haa taʼu.
-