1 Seenaa Baraa 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gareewwan karra eegdotaa+ kanneen kana turan: Qoroota keessaa, Mesheleemiyaa+ ilma Qoree isa ilmaan Asaaf keessaa tokko taʼe. Izraa 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan; Izraa 2:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilmaan karra eegdotaa:+ ilmaan Shaalum, ilmaan Ateer, ilmaan Taalmoon,+ ilmaan Aquub,+ ilmaan Haxiixaa fi ilmaan Shobaay walumaa galatti 139.
26 Gareewwan karra eegdotaa+ kanneen kana turan: Qoroota keessaa, Mesheleemiyaa+ ilma Qoree isa ilmaan Asaaf keessaa tokko taʼe.
2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan;
42 Ilmaan karra eegdotaa:+ ilmaan Shaalum, ilmaan Ateer, ilmaan Taalmoon,+ ilmaan Aquub,+ ilmaan Haxiixaa fi ilmaan Shobaay walumaa galatti 139.