Izraa 2:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilmaan karra eegdotaa:+ ilmaan Shaalum, ilmaan Ateer, ilmaan Taalmoon,+ ilmaan Aquub,+ ilmaan Haxiixaa fi ilmaan Shobaay walumaa galatti 139. Nahimiyaa 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Dallichi akkuma ijaarameen+ balbaloota isaa+ itti nan dhaabe; achiis karra eegdonni,+ faarfattoonnii+ fi Leewwonni+ ni muudaman.
42 Ilmaan karra eegdotaa:+ ilmaan Shaalum, ilmaan Ateer, ilmaan Taalmoon,+ ilmaan Aquub,+ ilmaan Haxiixaa fi ilmaan Shobaay walumaa galatti 139.
7 Dallichi akkuma ijaarameen+ balbaloota isaa+ itti nan dhaabe; achiis karra eegdonni,+ faarfattoonnii+ fi Leewwonni+ ni muudaman.