LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 8:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Noh Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ni ijaare;+ horiiwwan qulqulluu taʼan hundumaa keessaa fi uumamawwan barrisan warra qulqulluu taʼan hundumaa keessaa+ muraasa fudhatee aarsaawwan gubaman godhee iddoo aarsaa sana irratti dhiheesse.+

  • Uumama 12:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare. 8 Boodas achii baʼee gara naannoo gaarotaa Beetel+ irraa kallattii bahaatiin argamuu ni dhaqe; achiis Beeteliin kallattii dhihaatti, Aayiin+ immoo kallattii bahaatti hambisee dunkaana isaa dhaabe. Achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaaree,+ maqaa Yihowaa waammachuu jalqabe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi