LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 49:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Daandiin gowwootaa,+

      Daandiin warra isaan duukaa buʼanii fi dubbii isaanii isa duwwaatti gammadaniis kana dha. (Seelaa)

      14 Isaan akka hoolaatti Awwaalaaf* ramadamaniiru.

      Duuti isaan ni tiksa;

      Namni qajeelaan ganama isaan ni bulcha.+

      Tarkaanfiin isaanii hundi ni bada;+

      Mana mootummaa utuu hin taʼin Awwaalatu*+ mana isaanii taʼa.+

  • Faarfannaa 55:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Hamminni isaan gidduu fi isaanii wajjin waan jiraatuuf,

      Badiisni isaanitti haa dhufu!+

      Utuma lubbuudhaan jiraniis gara Awwaalaatti* gad haa buʼan.

  • Luqaas 12:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi