LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 17:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ahitoofel gorsi isaa fudhatama akka dhabe yommuu argu, harree isaa feʼatee gara mana isaa isa magaalaa inni keessa jiraatu keessatti argamuu dhaqe.+ Maatii isaatiif qajeelfama erga kennee+ boodas of fannise.*+ Inni akka kanaan ni duʼe; iddoo awwaalchaa abbootii isaattis ni awwaalame.

  • 2 Saamuʼel 18:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo kanatti Yoʼaab, “Ani kana caalaa sii wajjin yeroo hin gubu!” isaan jedhe. Kanaafuu, inni xiyya* sadii harka isaatti qabatee Abishaalom muka guddaa sana irratti rarraʼee utuu lubbuudhaan jiruu onnee isaa keessa baase.

  • Faarfannaa 109:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yihowaan wanta isaan godhan yeroo hunda haa yaadatu;

      Yaadannoo isaaniis lafa irraa haa balleessu.+

  • Maatewos 27:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Yihudaan inni dabarsee isa kenne, Yesuusitti murteeffamuu isaa yommuu argu, gaabbee saantima meetii 30 sana dura buutota lubootaa fi maanguddootatti deebisuudhaan,+

  • Maatewos 27:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, inni saantima meetii sana mana qulqullummaa keessatti darbatee deeme. Achiis dhaqee of fannise.+

  • Hojii Ergamootaa 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Yaa obbolootaa, waaʼee Yihudaa isa namoota Yesuusiin qaban dura buʼee dhufe sanaa+ wanti hafuurri qulqulluun karaa Daawit Kitaabota Qulqulluu keessatti raajiidhaan dubbate raawwatamuun+ isaa barbaachisaa dha.

  • Hojii Ergamootaa 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 (Namichi kun mindaa jalʼina hojjeteef isaaf kaffalameen lafa bite;+ mataadhaan kufees qaamni isaa ni tarsaʼe; marʼimaan isaa hundis keessaa jige.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi