LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “‘Namni tokko qajeelaa, akkasumas wanta haqaa fi sirrii taʼe kan raawwatu taʼuu dandaʼa.

  • Hisqiʼel 18:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 eenyuun iyyuu hin miidhu;+ kanaa mannaa, wanta namni liqeeffate tokko qabsiisa godhee isaaf kenne ni deebisa;+ eenyuun iyyuu hin saamu;+ kanaa mannaa, nyaata isaa isa beelaʼeef ni kenna;+ isa daares daara ni baasa;+

  • Yaaqoob 1:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+

  • 1 Yohaannis 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Haa taʼu malee, namni qabeenya addunyaa kanaa qabu kam iyyuu obboleessi isaa utuu rakkatuu argee yoo garaa isaaf laafuu dide, jaalalli Waaqayyoo akkamitti isa keessa jiraata?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi