LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 25:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yaa Waaqa koo, ani sittan amanama;+

      Na hin qaanessin.+

      Diinonni koo rakkina na irra gaʼetti akka gammadan hin godhin.+

  • Faarfannaa 31:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yaa Yihowaa, ani sitti kooluu galeera.+

      Matumaa qaaniin na irra hin gaʼin.+

      Qajeelummaa keetiin kan kaʼe na oolchi.+

       2 Gurra kee natti qabi.*

      Na oolchuuf dafii kottu.+

      Ana oolchuudhaaf dahoo gaaraa,

      Iddoo dallaa dhagaa qabus naaf taʼi.+

       3 Ati kattaa koo fi dahoo koo ti;+

      Maqaa keetiif jettee+ na geggeessita, na qajeelchitas.+

  • Isaayyaas 45:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Haa taʼu malee, Yihowaan Israaʼeliif fayyina bara baraa ni argamsiisa.+

      Isin bara baraaf hin qaanoftan, hin salphattanis.+

  • Ermiyaas 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Warri na ariʼatan haa qaanaʼan,+

      Ani akkan qaanaʼu garuu hin godhin.

      Isaan haa jeeqaman,

      Ani akkan jeeqamu garuu hin godhin.

      Guyyaa rakkinaa isaanitti fidi,+

      Isaan caccabsi, guutummaattis* isaan balleessi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi