LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu Daawit Gaadiin, “Ani baayʼee dhiphadheera. Gara laafinni isaa baayʼee guddaa waan taʼeef,+ maaloo, harka Yihowaa irratti kufuu naaf wayya; garuu harka namaa irratti akkan kufu hin godhin”+ jedhe.

  • Faarfannaa 86:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ati garuu yaa Yihowaa, Waaqa araara qabeessaa fi gara laafessa* taʼe,

      Aariidhaaf suuta kan jettu, jaalalli kee inni amanamaanii fi amanamummaan* kee baayʼee kan taʼe dha.+

  • Isaayyaas 55:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namni hamaan daandii isaa,

      Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+

      Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+

      Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+

  • 2 Qorontos 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos+ isa Abbaa gara laafina guddaa+ fi Waaqa jajjabina hundaa+ taʼeef galanni haa taʼu;

  • Yaaqoob 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi