LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Garraamonni garuu lafa ni dhaalu,+

      Nagaa hedduu argataniis baayʼee ni gammadu.+

  • Faarfannaa 138:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan guddaa taʼus, isa gad of qabu ni arga,+

      Isa of tuulu garuu ofitti hin dhiheessu.*+

  • Isaayyaas 57:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sababiin isaas, inni Ol Kaʼaan,

      Inni bara baraaf jiraatuu+ fi maqaan isaa qulqulluu+ taʼe akkana jedha:

      “Ani iddoo ol kaʼaa fi iddoo qulqulluu keessan jiraadha,+

      Haa taʼu malee, hafuura warra rakkatoo haaressuuf,

      Garaa warra caccabaniis haaressuuf,

      Warra caccabanii fi warra gaddanii wajjinis nan taʼa.+

  • Yaaqoob 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, gaarummaa guddaan Waaqayyo kennu, hafuura akkasii caalaa guddaa dha. Kanaafuu, “Waaqayyo warra of tuulan ni morma,+ warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna”+ jedhamee barreeffameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi