-
2 Saamuʼel 18:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis tajaajiltoonni Yoʼaab kurnan warri meeshaa waraanaa isaaf baatan dhufanii hamma inni duʼutti Abishaalomiin rukutan.+
-
-
2 Saamuʼel 20:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Dubartii ogeettiin sunis yeruma sana gara namoota sana hundumaa ni dhaqxe; isaanis, mataa Sheebaa ilma Bikrii isa irraa muranii Yoʼaabiif ni darbatan. Yeroo kanatti inni xurumbaa afuufe; isaanis magaalattii irraa dachaʼanii gara mana mana isaaniitti deebiʼan;+ Yoʼaabis gara Yerusaalem gara mootichaatti deebiʼe.
-