LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni hundi waaʼee murtii mootichi dabarse kanaa ni dhagaʼan; inni murtii haqaa akka kennuuf Waaqayyo ogummaa akka isaaf kenne+ waan arganiif, mooticha ni kabajan.*+

  • Faarfannaa 72:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 72 Yaa Waaqayyo, mootichaaf murtiiwwan kee kenni;

      Ilma mootichaas qajeelummaa kee gonfachiisi.+

  • Faarfannaa 72:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Inni warra rakkatoo sabicha gidduutti argamaniif haa falmu,*

      Ilmaan hiyyeessaa haa oolchu,

      Isa gowwoomsaa raawwatus haa caccabsu.+

  • Fakkeenya 16:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Teessoon jabaatee kan dhaabbatu qajeelummaadhaan waan taʼeef,+

      Gochi hamaan mootota biratti jibbisiisaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi