LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 25:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Warri isa sodaatan Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabu,+

      Innis kakuu isaa isaan beeksisa.+

  • Maarqos 4:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Iccitii qulqulluun+ Mootummaa Waaqayyoo isiniif kennameera; warra ala jiranitti garuu wanti hundi fakkeenyaan himama;+ 12 kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi; isaan matumaa gara Waaqayyootti waan hin deebineef dhiifama hin argatan.”+

  • Yaaqoob 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, isin keessaa namni kam iyyuu ogummaan yoo isatti hirʼate, Waaqa kadhachuu isaa itti haa fufu;+ sababiin isaas, inni utuu hin ceephaʼin* nama hundumaatiif arjummaadhaan ni kenna,+ isaafis ni kennama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi